Finfinnee, Eebila 3, 2014 (FBC) – Lammiileen kumni 1 fi 355 Saa’ud Arabiyaatti rakkoo keessa turan guyyaa har’aa gara Ityoophiyaa deebi’aniiru.
Lammiilee gara biyyaa deebi’an keessaa 350 daa’imman yoo ta’an, kanneen hafan ammoo dubartoota jedhameera.
Deebitootaaf kunuunsi barbaachisaan erga taasifameefi booda gara giddugalaa turtii yeroo akka deeman kan taasifamuu ta’uu ragaan Ministeera dhimma dubartootaa fi hawaasummaarraa argame ni mul’isa.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.