Lammiileen kumni 1 fi 314 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’an

Finfinnee, Mudde 26, 2015 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 314 har’a gara biyyaatti deebi’aniiru.

Lammiilee deebi’aniif deeggarsii fi kunuunsi barbaachisaan taasifamuun hojiin maatii waliin walquunnamsiisuu hojjetamaa jiraachuu ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment