Lammiileen kumni 1 fi 175 Saa’uud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Waxabajjii 17, 2016 (FBC) – Lammiileen Itiyoophiyaa Saa’uud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 175 har’a balallii sadiin gara biyyaa deebi’aniiru.

Ebla 4, 2016 eegalee hanga ammaatti lammiileen kumni 49 fi 500 ol gara biyyaa deebi’uu ragaan Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment