Lammiileen kumni 1 fi 103 Saa’uud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Bitootessa 28, 2014 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 103 Saa’uud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’aniiru.

Lammiileen Ityoophiyaa Saa’uud Arabiyaa Riyaadii fi Jiddaa keessatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 103 guyyaa har’aa gara biyyaatti deebi’uu ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni mul’isa.

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment