Finfinnee, Sadaasa 15, 2014 (FBC) – Lammiileen Jiibuutii Ityoophiyaatti qaamolee nageenyaa sababa weerara garee shororkeessaa ABUT miidhamaniif deeggarsa midhaan nyaataa fi uffataalee taasiisaniiru.
Re’oota 50, Ruuzii kuntaala 20, Paastaa Kaartoonii 10, Uffataalee fi kupheewwan deeggarsa taasiisu ibsameera.
Qaamolee nageenyaa miidhaan irra qaqqabeef deeggarsa Birrii kuma dhibba 3 fi kuma 94 olitti tilmaamamu taasiisaniiru jedhame.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.