Finfinnee, Sadaasa 12, 2015(FBC)- Guyyaa har’aa lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 ol marsaa lamaan gara biyyaa deebi’uu ibsameera.
Hojii lammiilee gara biyyaa deebisuu hanga ammaatti hojjetameen balaliiwwan 198’n lammiileen kumni 71 ol deebi’uu eerameera.
Guyyaa har’aas lammiileen kumni 1 ol Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu ibsameera.
Barakat Takkaallinyitu gabaase.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.