Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 66 Saa’ud Arabiyaarraa deebi’an

Finfinnee, Hagayya 20, 2014 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 66 gara biyyaa deebi’aniiru.
Deebitoota keessaa 12 daa’immaan ta’uu isaanii ibsameera.
Hanga ammaatti lammiileen kumni 70 fi 749 gara biyyaa deebi’uu isaanii ragaan Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaarraa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment