Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 52 Saa’uud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Saa’uud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 52 guyyaa har’aa gara biyyaa deebi’aniiru.

Deebitoota keessaa 850 dhiiroota, 146 dubartoota yoo ta’an, 56 daa’immaan ta’uu ibsameera.

Hanga ammaattii lammiileen kumni 57 fi 142 gara biyyaa deebi’uu isaanii eerameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment