Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 46 balallii sadiin Saa’uud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’aan

Finfinnee, Eebila 24, 2014 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Saa’uud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 46 guyyaa har’aa balallii sadiin gara biyyaa deebi’aaniiru.

Deebitoota keessaa 802 dhiirota, 203 dubartootaa fi 41 daa’imman ta’uu ibseera.

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment