Finfinnee, Caamsaa 24, 2014 (FBC) – Guyyaa har’aa marsaa sadiin lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 38 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’aniiru.
Kanneen keessaa daa’imman 158 fi dhiironni 880 ta’uu ragaan Ministeeraa Dhimmaa Dubartootaa fi Hawaasummaarraa argame ni mul’isa.
Hanga ammaatti hojii lammiilee Saa’ud Arabiyyaarraa biyyatti deebisuu hojjetameen lammiileen kumni 31 fi 236 deebisuun danda’ameera.
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.