Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 29 Saa’uud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Eebila 26, 2014 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Saa’uud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 29 guyyaa har’aa gara biyyaa deebi’aniiru.

Deebitoota keessaa kumni 1 fi 24 dhiiroota yoo ta’an, 5 ammoo daa’immaan ta’uu ibsameera.

Hojii lammiilee haala rakkisaa keessa jiran gara biyyaa deebisuuf hojjetamaa jiruun hanga ammaatti namoonni kumni 18 gara deebi’uu ragaan Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaarraa argame ni muul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment