Finfinnee, Eebila 19, 2014 (FBC) –Lammiileen Ityoophiyaa Saa’ud Aarabiyaatti rakkoo keessa turan kumni 1 fi 28 guyyaa har’aa gara biyyaa deebi’aniiru.
Deebitoota kanneen keessa afur daa’imman yoo ta’aan, kumni 1 fi 24 ammoo dhiiroota ta’uu ragaan Ministeera dhimma dubratootaa fi hawaasummaarraa argame ni mul’isa.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.