Lammiileen Ityoophiyaa kuma1 fi 169 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyya isaanitti deebi’an

Finfinnee, Waxabajjii 3, 2014 (FBC) Saa’ud Arabiyaatti lammiileen rakkoo keessa turan kuma 1fi 169 har’a gara biyya isaaniitti deebi’aniiru.
Kanneen deebi’an hundi dhiirota ta’uu ragaan Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaarraa argame ni mul’isa.
Hanga ammaatti hojii lammiilee gara biyyatti deebisuu gaggeeffameen lammiilee kuma 35 fi 497 gara biyyatti deebifamaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment