Lammiileen Ityoophiyaa Ameerikaa jiraataan qorichootaa fi galteewwan yaala fayyaa doolaara miiliyona 7.7 baasuu deeggarsa taasiisan

Finfinnee, Muddee 23, 2013 (FBC) – Ityoophiyaanoonnii fi dhalattoonni Ityoophiyaa Ameerikaa jiraatan qorichootaa fi galteewwan yaala fayyaa yaallamtoota tasaaf tajajilu Doolaara miilyoona 7.7 baasuu deeggarsa taasiisaniiru.

Miiniisootaatti waamicha waajjirri Qoonsilaa Ityoophiyaa taasiiseen abbaan qabeenyaa Meedikaal Eksipreesi obbo Iyyu’eel Yooseef dhaabbata Daayreekt Riiliif Intarnaashinaal jedhamu waliin ta’uun qorichootaa fi galteewwan yaalaa baasii isaaniin daandii qilleensa Ityoophiyaan imalchiisuun Roobii dhufu Finfinnee kan ga’u ta’uu ibsameera.

Deeggarsa taasiisaniif Ambaasaaddar Abdullaaziiz Mahaammad galateeffachuu ragaan Ejansii Diyaaspooraa Ityoophiyaarraa argame ni muul’isa

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment