Lammiileen Ityoophiyaa 977 Saa’ud Arabiyaarraa biyyatti deebi’an

Finfinnee, Caamsaa 29, 2014 (FBC) – Guyyaa har’aa lammiileen Ityoophiyaa 977 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’uu Ministeerri Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa beeksise.
Hojii lammiilee gara biyyaattii deebisuu marsaa sadiin har’a gaggeeffameen, lammiilee 977 gara biyyaatti deebi’aan keessaa daa’imman ja’aa fi dhiirota 971 ta’uun eerameera.
Hanga ammaatti hojii lammiilee deebisuu hojjetameen lammiilee kuma 33 fi 298 ol biyyatti akka deebifaman ragaan ministeericharraa arganne ni mul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment