Finfinnee, Amajjii 10, 2015(FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa 681 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu ibsame.
Lammiilee kanneen keessaa 670 dhiirota yoo ta’an 11 ammoo guddattoota ta’uu eerameera.
Lammiilee kanneeniif deeggarsiifi kunuunsi barbaachisaan taasifamuufi hojiin maatii isaaniitti makuu hojjetamaa jiraachuu ibsameera.
Baatii Sadaasaa 12, 2015 irraa eegalee hojii lammiilee gara biyyaatti deebisuu hojjetameen hanga ammaatti lammiileen kumni 30fi 746 gara biyyaa deebi’uu ragaan Ministeera Dhimma Dubartootaafi Hawaasummaarraa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.