Lammiileen Ityoophiyaa 337 Saa’ud Arabiyaarraa deebi’an

Finfinnee, Bitootessa 24, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 337 Saa’ud Arabiyaa magaalaa Riyaadirraa gara biyyaa deebi’aniiru.

Lammiilleen kunneen wayita Buufata Xiyyaaraa idil addunyaa Boolee ga’an bakka bu’aa daayreektara jeneraalaa dhimmoota Qoonsilaa Ministeera Dhimma Alaan simatamuu isaanii ragaan Waajjira Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni agarsiisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment