Lammiileen Ityoophiyaa 322 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyya deebi’an

Finfinnee, Caamsaa 30, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 322 Saa’ud Arabiyaa magaalaa Jiddaarraa gara biyya deebi’aniiru.

Deebitoonni kunneen wayita buufata Xiyyaaraa idil addunyaa Boolee ga’an bakka bu’aa Daayreektara jeneraalaa dhimmoota Qoonsilaa Ministeera Dhimma Alaan simatamuu isaanii ragaan Waajjira Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni muul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment