Lammiileen Ityoophiyaa 321 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyya deebi’an

Finfinnee, Waxabajjii 2, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 321 Saa’ud Arabiyaa magaalaa Riyaadirraa gara biyya deebi’aniiru.
Deebitoonni kunneen wayita buufata Xiyyaaraa idil addunyaa Boolee ga’an bakka bu’aa Daayreektara jeneraalaa dhimmoota Qoonsilaa Ministeera Dhimma Alaan simatamuu isaanii ragaan Waajjira Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment