Finfinnee, Caamsaa 25, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 311 Saa’ud Arabiyaa magaalaa Jiddaarraa gara biyya deebi’aniiru.
Deebitoonni kunneen wayita buufata Xiyyaaraa idil addunyaa Boolee ga’an bakka bu’aa Daayreektara jeneraalaa dhimmoota Qoonsilaa Ministeera Dhimma Alaan simatamuu isaanii ragaan Waajjira Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.