Lammiileen Ityoophiyaa 300 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 300 Saa’ud Arabiyaa magaalaa Jiddaarraa gara biyyaa deebi’an.

Bakka bu’aan daayreektar jeneraalaa dhimmoota Qoonsilaa Ministeera Dhimma Alaa Buufata Xiyyaaraa idil Addunyaa Booleetti argamuun deebitoota kanneen Simataniiru.

Tibbana Ityoophiyaanoonni hedduun biyyoota alagarraa gara biyyaa deebi’uun isaanii kan yaadatamuudha.

Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;

Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.

Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa

Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!

Comments (0)
Add Comment