Lammiileen Ityoophiyaa 159 Kuweet irraa gara biyya isaanitti deebi’an

Finfinnee, Waxabajjii 2, 2012 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 159 Kuweet irraa gara biyya isaanitti deebi’an.

Lammiileen Ityoophiyaa Kuweet irra deebi’aan kun wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee ga’anitti Deettaa Ministira Nageenyaa aadde Firee’aleem Shibaabaw dabalatee hoggantoonni hojii ministeera dhimma alaa fi bakka buutoonni mootummaa biroon bakkichatti argamuun simannaa tasisaniirufi.

Lammiileen Ityoophiyaa Kuweet irra deebi’aan kunneen bakki turti qophaa’efi turtii isaanii erga xumuranii booddee gara maatii isaniitti akka makaman ni ta’a .

Tsaggaayee Niguustu gaabase.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Comments (0)
Add Comment