Finfinnee, Qaammee 3, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Yeemanitti haala rakkisaa keessa turan 129 gara biyyaa deebi’aniiru.
Lammiileen kunneen wayita buufata xiyyaaraa idil addunyaa Boolee ga’an Ministeera Dhimma Alaatti bakka bu’aa Daayreektoreetii dhimmoota Qoonsilaa jeneraalan simatamuu ragaan Waajjira Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni muul’isa.
Feesbuuki keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.