Lammiileen Ityoophiyaa 1270 Saa’uud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Bitootessa 26, 2014 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Saa’uud Arabiyyaa magaalaa Jiddaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 270 guyyaa ha’aa gara biyyaa deebi’uu ibsameera.
Guyyaa har’aa balallii sadiin daa’immaan 269 dabalatee lammiileen kumni 1 fi 270 gara biyyaa deebi’uu isaanii ragaan Waajjira Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaaraa argame ni mul’isa.
Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment