Finfinnee, Gurraandha 19, 2013 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa 115 Omaanii gara biyyaa deebi’aniiru.
Bakka bu’aan daayreektara jeneraalaa dhimmoota Qonsilaa Ministiraa Dhimma Alaa Buufata Xiyyaaraa Idila Addunyaa Booleetti argamuun lammiilee kanneen simataniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.