Lammiileen Itiyoophiyaa kuma 1 fi 167 Saa’udiirraa gara biyyaatti deebi’an

Finfinnee, Waxabajjii 3, 2016 (FBC)- Lammiileen Itiyoophiyaa Saa’ud Arabiiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 167 gara biyyaatti deebi’aniiru.

Kanneen deebi’a hunduu dhiirota yoo ta’an guddattonni umrii 18 gadii 16 ta’uu ragaan Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaarraa argame ni mul’isa.

Deebitootaaf giddugalaa tursiisaatti deeggarsaa fi kunuunsa barbaachisaa taasisuun hojiin maatii isaaniin walquunnamsiisuu gaggeeffamaa jiraachuunis eerameera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment