Lammiileen Itiyoophiyaa 370 Sa’uud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Onkololeessa 11, 2017 (FBC) – Lammiileen Itiyoophiyaa Sa’uud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan 370 har’a gara biyyaa deebi’aniiru.

Ebla 4, 2016 eegalee lammiileen kumni 86 ol gara biyyaa deebi’uu ragaan Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment