Lammiileen 75 Jibuutiirraa gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Amajjii 16, 2016 (FBC) – Lammiileen Itiyoophiyaa 75 Jibuutii turan gara biyyaa deebi’aniiru.

Lammiilee kunneen Dhaabbata Godaantoota Idil Addunyaa Jibuutiitti argamu waliin ta’uun gara biyyaa akka deebi’an taasiifamuu Jibuutiitti Imbaasiiin Itiyoophiyaa ibseera.

Yeroo itti aananis hojiileen akkasii kan itti fufaan ta’uu ibsameera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment