Finfinnee, Hagayya 26, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 414 Saa’ud Arabiyaa magaalaa Jiddaarraa gara biyyaa deebi’aniiru.
Deebitoonni kunneen wayita buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee ga’an Ministeera Dhimma Alaatti bakka bu’aan Daayreektoreetii dhimmoota Qoonsilaa jeneraalan simatamaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.