Lammiileen 343 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Eebila 24, 2014 (FBC)-Guyyaa har’aa balallii jalqabaaf gaggeeffameen lammiileen Saa’ud Arabiyaatti rakkoo keessaa turan 343 gara biyyaa deebi’aniiru.

Deebitoonni hundi dhiiroota ta’uu ragaan waajjira Dubbi Himaa Ministeeraa Dhimma Alaarraa argame ni mul’isa.

Lammiilee Sa’uud Arabiyaatti rakkoo keessa jiran gara biyyaa deebisuu cimee itti fufeera.

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment