Finfinnee, Fulbaana 3, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaatti Lammiilee sababa walitti bu’iinsaan miidhamaniif deeggarsi Yuuroo miiliyoona 3 taasiifameera.
Sirna nyaataa fooyyessuuf kan oolu ta’uu eerameera.
Sagantaan nyaataa addunyaa, Mootummaan Faransaayii fi dhaabbanni deeggarsa daa’immannii Itiyoophiyaa waliin waliigaltee deeggarsichaa mallatteesseera.
Naannoo Amaaraa, Tigraay, Afaarii fi Oromiyaatti lammiilee sababa waraanaan miidhamaniif kan oolu ta’uu eerameera.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.