Lammiilee naannoo Tigraay gara Sudaanitti baqataan kuma 60 gara biyya deebisuuf hojjetama jira

Finfinnee, Amajjii 28, 2013 (FBC)- Lammiilee naannoo Tigraay gara Sudaanitti baqataan kuma 60 gara biyya deebisuuf hojjetama jiraachuu Daayreektarri olaanaan Eejansii Godaantootaa fi Godaansaa Deebi’anii obbo Tasfahuun Gobazaay ibsaniiru.
Lammiilee kunneen deebisuuf Ministeerri Dhimmaa Alaa fi komishinaarri baqattootaa olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii waloon hojjechaa jiraachuu ibsaniiru.
Naannoo Tigraayitti duula olaantumaa seeraa kabachiisuutin lammiilee gara Sudaanitti baqataan buufata da’aanan keessaatti aragamu.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
Comments (0)
Add Comment