Lammiilee naannoo Tigraay  buqqa’uudhaan magaalaa Samaraa qubataniif deeggarsi taasifame

Finfinnee, Bitootessa 19, 2014 (FBC) – Lammiilee naannoo Tigraay  buqqa’uudhaan naannoo Affaar magaalaa Samaraa qubataniif deeggarsi taasifameera.

Deeggarsicha Koreen Fannoo Diimaa idil addunyaa  Waldaa Fannoo Diimaa Ityoophiyaa waliin ta’uun lammiilee kuma 9’f taasiseera.

Deeggarsichi meeshaalee nyaata adda addaa keessaatti kan hammatamaan ta’uu ragaan Waldaa Fannoo Diimaa Ityoophiyaarra argame ni mul’isa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment