Lakkuu Ogumma Fayyaan Gulaantaa olaanaan eebbifaman

Finfinnee, Guraandhala 9, 2016 (FBC)-Yuunivarsitii Finfinneetti Koolleejjiin Saayinsii Fayyaa guyyaa har’a barattoota Saayinsii fayyaan barsiisa ture 271 eebbisiseera.
Yuunivarsitichi barattoota ebbisiise keessaa Dooktar Chaarinat Tasfaahuunii fi Dooktar Biruuk Tasfaahuun
obbolaa lakkuudha.
Obbolaan lakkuun kunneen Ogummaa Wal’aansa Fayyaan Yuunivarsiticharraa gulaantaa olaanaan eebbifamuu ragaan Yuunivarsiticharra argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment