Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC)- Ityoophiyaattii Lafti Heektarri kumni dhibbi 2 fi kumni 22 fi 740 sanyii mi’eessituwwaniin uuwwifamu ibsameera.
Addunyaarratti biyyoota mi’eessituwwan oomishan keessaa ishee jalqabaa kan taatee Ityoophiyaan, sanyii mi’eesituwwaanii hedduu biqilchuunis ni beekamti.
Kanneen keessaayis hedduusaanii gara biyyaa alaatti ni ergiti jedhameera.
Waggattis mi’eessituwwan toonii kuma dhibba 2 fi kuma 44 akka argamus ragaan Oomisha Gabaa Ityoophiyaarra argame ni muul’dhisa.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.