Labsii hundeeffama Komishinii marii biyyaaleessaaf galtee walitti qabuun eegalame

Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC) – Koreen Dhaabbii dhimmoota Seeraa, Haqaa fiLabsii hundeeffama Komishinii marii biyyaaleessaaf galtee walitti qabuun eegalame

Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC) – Koreen Dhaabbii dhimmoota Seeraa, Haqaa fi Diimookiraasii Labsii hundeeffama Komishinii marii biyyaaleessaaf qaamolee dhimmi ilaallatu waliin galtee garaagaraa walitti qabuu eegaleera.

Waltajjii marii ifatti eegalame kanarratti Boordiin Filannoo Biyyaalessaa, Komishiniin Mirga namoomaa, Manni maree waloo Paartilee siyaasaa fi hoggantoonni waldaalee siivilii hawaasaa garaagaraa argamuu ragaan Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataarraa argame ni muul’isa.

Ministirri Haqaa Dooktar GeediyoonXimooteeyoos labsicha ilaalchisee ibsa taasiisaniiru.

Barbaachisummaa labsichaa adeemsa hanga ammaatti jiru,ga’ee fi hojmaata labsichaarratti ibsa laataniiru.

Ajadaawwan waliigaltee biyyaalessaa fi qaamoolee hirmaatan adda baasuu, waltajjiiwwan marii babal’isuu,yaadawaan waltajjiirraa argamanii fi maloota hojiirra oolmaa isaa irratti sanada qopheessuun ga’ee komishinii hundaa’uu ta’uu ibsameera.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Diimookiraasii Labsii hundeeffama Komishinii marii biyyaaleessaaf qaamolee dhimmi ilaallatu waliin galtee garaagaraa walitti qabuu eegaleera.

Waltajjii marii ifatti eegalame kanarratti Boordiin Filannoo Biyyaalessaa, Komishiniin Mirga namoomaa, Manni maree waloo Paartilee siyaasaa fi hoggantoonni waldaalee siivilii hawaasaa garaagaraa argamuu ragaan Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataarraa argame ni muul’isa.

Ministirri Haqaa Dooktar GeediyoonXimooteeyoos labsicha ilaalchisee ibsa taasiisaniiru.

Barbaachisummaa labsichaa adeemsa hanga ammaatti jiru,ga’ee fi hojmaata labsichaarratti ibsa laataniiru.

Ajadaawwan waliigaltee biyyaalessaa fi qaamoolee hirmaatan adda baasuu, waltajjiiwwan marii babal’isuu,yaadawaan waltajjiirraa argamanii fi maloota hojiirra oolmaa isaa irratti sanada qopheessuun ga’ee komishinii hundaa’uu ta’uu ibsameera.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment