Laallibalaatti tajaajilli Elektirikaa adda citee ture eegale

Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015 (FBC) – Magaalaa Laallibalaatti tajaajilli dhiyeessii Humna Elektirikaa adda citee ture eegaluu ibsameera.

Magaalittiitti walitti bu’iinsa Kaaba Ityoophiyaatti uumameen walqabatee dhiyeessiin Humna Elektirikaa adda citee turuun kan yaadatamuudha.

Guyyaa har’aa tajaajilli kun eegalamuu eeramera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment