L/J Yilmaa Mardaasaa mana jireenyaa miseensota humna qilleensaaf ijaarame eebbisiisan

Finfinnee, Onkololeessa 6, 2015 (FBC)- Ajajaan Humna Qilleensaa Ityoophiyaa Leetenaal Jeneraal Yilmaa Mardaasaan mana jireenya raayyaa humna qilleensaa Qajeelcha Olaanaa Mahaandisummaa Raayyaa Ittisaan ijaarame eebbisiisan

Sirnaa eebbichaarratti L/J Yilmaa Maradaasaa akka jedhanitti, qajeelchi olaanaa mahaandisummaa rakkoo mana jireenyaa miseensota humna qilleensaa hambisuuf yeroo gababa keessaatti mana ijaareef galateeffataniiru.

Jilli Itti Gaafatamaa Qajeelchaa Olaanaa Mahaandisummaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Birgaader Jeneraal Darajjee Magarsaas pirojektoota xumuramanii fi adeemsa ijaarsaarra kan jiru mana barnootaa humna qilleensaa daawwachuu ragaan Raayyaa Ittisaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment