Kuufama qabeenyaa naannawaa jiru adda baasuun beekkumsa murteessaadha – MM Abiy Ahimad

Finfinnee, Fulbaana 11, 2015 (FBC) – Kuufama qabeenyaa naannawaa jiru adda baasuun beekkumsa murteessaadha jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.

Jilli Muummee Ministiraa Abiy Ahimadiin durfamu naannoo Afaar naannawaa giddu gala Laga Awaashitti oomisha Jirbii lafa balaa lolaaf saaxilamaa ture hektaara kuma 20 irratti misoome daawwateera.

Naannawaa balaa lolaaf saaxilamaa ture Oomisha Jirbiin faayuun waan haaraadha jedhan.

Naannawichi Kuduraalee biqilchuus akka danda’u agarsiisuuf hojmaanni Jallisii Fooyya’aan hojiirra oolaa jiraachuu fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment