Kutaan magaalichaa guyyaa tokkootti lammiilee miidhamaniif Birrii miiliyoona 11 walitti qabuu ibsame

Finfinnee, Gurraandhala 5, 2014 (FBC) – Kutaan magaalaa Lammii Kuraa guyyaa tokkootti lammiilee miidhamaniif Birrii miiliyoona 11 walitti qabuu beeksiiseera.

Kutaan magaalaa Lammii Kuraa Abbootii qabeenyaa, Qonnaan bultoonnii fi Abbootii Amantaa qindeessuun guyyaa tokkotti lammiilee sababa waraanaan miidhamaniif Birrii miiliyoona 11 walitti qabuu ibseera.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment