Kutaan bulchiinsa magaalaa Addis Katamaa Hidha Haaromsaatif deeggaarsa Birrii miiliyoona dhibba 3 fi miiliyoona 13 walitti qabe

Finfinnee, Sadaasa 6, 2013 (FBC) – Kutaan bulchiinsa magaalaa Addis Katamaa Hidha Haaromsaatif deeggaarsa Birrii miiliyoona dhibba 3 fi miiliyoona 13 walitti qabe.

Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebeen waancaa hidhichaa kutaa bulchiinsa magaalaa Addis Katamaarraa Yakkaaf dabarsaniiru.

Kutaaleen bulchinsa magaalaa Finfinnee hanga aammatti deeggaarsa taasisaa turaniif aadde Adaanach gaalateeffatanii, cimee akka itti fufu dhaamaniiru.

Ijaarsi hidhichaa garee yakkamaa ABUTin kan hin gufanne ta’uu ibsaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Comments (0)
Add Comment