Finfinnee, Guraandhala 18, 2016 (FBC)- Kutaaleen hawaasaa naannolee Beenishaangul Gumuz, Afaar, Somaalee, Harari, Dirree Dhawaa akkasumas Gaambeellaarraa walitti baba’an Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwataniiru.
Hirmaattonni daawwannichaa Yaadannoon Injifannoo Adwaa sadarkaa Itiyoophiyaanota abbaa injifannoo ummatootaa gurraachaa ta’an gituun ijaaramuutti gammachuu isaanitti dhagaamee ibsuu ragaan Waajjira Kantiibaarraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.