Kutaa magaalaa Aqaaqii Qaallittitti daa’imman 2 boombii kufee argamee osoo xuxuqanii dho’uun lubbuun daa’ima 1 yoo darbu, 1 ammoo miidhaan qaama qaqqabeera

Finfinnee, Muddee 20, 2013 (FBC)- Kutaa magaalaa Aqaaqii Qaallitti aanaa 08 mana barnoota Daraartuu Tulluu dugda duubaatti har’a guyyaa keessaa sa’atii 8:30tti daa’imman 2 daa’imman boombii kufee argamee osoo xuxuqanii dho’uun lubbuun daa’ima 1 yoo darbu, 1 ammoo miidhaan qaama qaqqabuu ragaan Komishinii Pooisii magaalaa Finfinneerraa argamee ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment