Finfinnee, Waxabajjii 11, 2015 (FBC)- Walta’iinsa Inistiitiyuutii Qorannoo fi Qo’annoo Oromoo fi Baankii Siinqeetiin Korri Qorannoo Oromoo Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Koricha irratti qorannoowwan garaagaraa dhiyaachuun kan irratti mari’atamu ta’uun ibsameera.
Waltajjicharratti hayyoonni, Abbootiin Gadaa fi keessummoonni biroon argamaniiru.
Dassaalany Abarraatu gabaase.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.