Korporeeshiniichi Magaalaa Adaamaatti Mana Barnoota ijaarsisuuf dhagaa bu’uuraa kaa’e

Finfinnee, Fulbaana 21, 2016 (FBC)- Korporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastirii Itiyoophiyaa Bulchiinsaa Magaalaa Adaamaa waliin ta’uun mana barnoota Birrii miiliyoona 100 ijaarsiisuuf dhagaa bu’uuraa kaa’eera.

Sirnicharratti Hojii Rawwaachisaa Olaanaan Korporeeshinii Misooma Paarkiiwwan Indaastirii Itiyoophiyaa Obbo Akiliiluu Taaddasaa fi Kantiibaan Magaala Adaamaa Obbo Haayilu Jaldee, dabaltee qondaaltonni olaanoon, Abbootiin Gadaa Hadholiin siinqee fi jirattoonni argamuu ragaan Korpooreshiinicharra argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment