Korporeeshinichi lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’anii fi Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasise

Finfinnee, Muddee 14, 2014 (FBC)- Korporeeshiniin Misooma Indaastirii Paarkiiwwanii lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’anii fi Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa akaakuu Birrii miiliyoona 15 taasise.

Deeggarsicha Ittaanaan hojii raawwachiisaa korporeeshinichaa Shifarraawu Salamoon magaalota Shawaaroobiitii fi Dabrabiraanitti argamuun kennaniiru.

Korporeeshinichi hanga yoonaatti deeggarsa Birrii miiliyoona 30 ol taasisuu ibsaniiru.

Salaam Asaffaatu gabaase.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment