Korpooreeshiniin Misooma Indaastirii paarkootaa fi Inistityuutiin Teeknooloojii fi Innooveeshinii waliin hojjechuuf waliigalan

Finfinnee, Waxabajjii 24, 2013 (FBC)- Korpooreeshiniin Misooma Indaastirii paarkootaa fi Inistityuutiin Teeknooloojii fi Innooveeshinii waliin hojjechuuf sanada walii galtee mallateessaan.

Waliigaltichas hoji gaggeessaa olaanaa korpooreshinichaa obbo Sandookaan Dababbaa fi daayreektarri olaanaan Inistityuutichaa obbo Muluqaan Qareen mallateessaniiru.

Waliigaltichi fedhiirratti kan hundaa’ee fi leenjii ijaarsa dandeetti cee’umsaa teeknooloojii fi beekumsaa fayyaduu dandeessisaa jedhan.

Dhaabbileen kunneen tumsa hojiiwwan yeroo itti aanaanii bu’uureeffachuun muuxannoo wal jijjiiruuf haala mijaata akka uumuu ragaan korpooreeshinii misooma indaastirii paarkootaarra argamee ni muul’dhisa.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf:-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

Comments (0)
Add Comment