Korichi  qonnaan bultoota Tigraay kuma 120’f xaa’oo biyyee qooduu ibse

Finfinnee, Hagayya 2, 2014(FBC)- Koreen Fannoo Diimaa Idil Addunyaa qonnaan bultoota naannoo Tigraay kuma dhibba 1 fi kuma 20’f xaa’oo biyyee qooduu ibseera.

Korichi qonnaan bultoota Giddugala, Bahaafi Kibba naannichaaf xaa’oo biyyee EPSfi Yuuriyaa qooduu eereera.

Deeggarsichi oomishaafi oomishtummaa qonnaan bultoota sababa walitti bu’iinsa uumamee tureen miidhaman guddisuu kan dandeessisu ta’uu ragaan Koricharraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment