Korichi lammiilee Godina Gujii Lixaa sababa nageenyaan buqqa’aniif deeggarsa taasiise

Finfinnee, Mudde 24, 2015 (FBC) – Koreen Qaxxaamura Diimaa Idil Addunyaa lammiilee Godina Gujii Lixaa Aanaa Dugdaa Daawwaa sababa nageenyaan buqqa’an kuma 24 ta’aniif deeggarsa taasiiseera.

Korichi lammiilee godina Gujii Lixaa Aanaa Dugdaa Daawwaatii qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’uun magaalaa Fincaa’aatti argaman kuma 24’f deeggarsa midhaan nyaataa raabsamuu ibseera.

Gareen Koree Qaxxaamura Diimaa magaalaa Naqamteetti argamu deeggarsa kana taasiisuu ragaan Koree Qaxxaamura Diimaa idil Addunyaa Damee Ityoophiyaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment