Finfinnee, Bitootessa 27, 2014 (FBC) – Koreen Waldaa Fannoo Diimaa Idil Addunyaa buqqaatota naannoo Affaaritti argaman kuma 9’f deeggarsa adda addaa taasisaniiru.
Deeggarsichis meeshaalee bu’uuraa mana keessaaf oolan ta’uu ibsameera.
Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.